Kiristinaa Muraay jiraattuu kutaa biyyaa Joorjiyaa yoo taatu, Caamsaa 2023 kilinika Coastal Fertility jedhamu keessatti yaala IVF ykn mala sanyiin cimdiiwwanii erga fudhatamee booda akka guddatuuf ...
9 Adooleessa 2024 Giriinlaand odola guddoo addunyaa kanaa yoo taatu biyya walabaa paarlaamaa ofii qabdu garummoo mootummaa Deenmaarkiin deeggaramtudha. Baay'inni uummata biyya kanaa 57,000 dha.